Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan fincila Kaameerunitti muudateen walqabsiisee dhorkii Viizaa keesse

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Ameerikaan fincila Kaameerunitti muudateen walqabsiisee namoota dhuunfaarra dhorkii Viizaa keesseetti.

Biyyattiin dhorkichaa kan keessee Kaameerun Lixaatti hokkoraa kaasuun namoota shakkamaan irra ka’uunshee beekameera.

Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkaan Ameerikaan Kaameerun bulchiinssaa Angloofoon keessaatti hokkorri ka’ee kan ishee yaaddeessee ta’uu himaniiru.

Hokkiricha kaasuun, dhiittaa mirga namoomaa fi dhiibbaa raawwatamuu fi sodaachisuun nageenyaa warreen diigaan ni mormina jedhaniiru.

Mootummaan Kaameeruunii fi gareen humna hidhatootaa foxxoqan haal duree kamirra fincilichaa dhaabuuf gara mariitti akka galaan yaadachiisaniiru.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.