Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan garee shororkeessaa riphaa Alshabaabirratti haleellaa qilleensaa raawwatte

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Ameerikaan garee shororkeessaa riphaa Alshabaabirratti haleellaa qilleensaa raawwachuu ibsameera.
Garee Al Shabaab Al Qaayidaa waliin hidha qaba jechuun shakkamurratti haleellaa kana raawwachuu ibsameera.
Haleellichi Ajeja Mootummaa biyyattii, Ameerikaa fi humna Ajeja Afrikaa waliin ta’uun kan raawwameedha jedhame.
Dubbii Himaan Peentaagoon Siintiyaa King, haleellichi naannoo Gaalkaayoo jedhamutti fudhatmuu ibsaniiru.
Maddi:CGTN
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.