Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan talaallii Covid -19 Doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte

Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Ameerikaan talaallii Covid -19 Joonsan and Joonsan jedhamu Doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifteerti.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Giitaa Paasii deeggarsicha Ministir Deettaa Ministeera Fayyaa Saahiirallaa Abduullaahiif laataniiru.
Ameerikaan yeroo itti aanuus talaallii Covid -19 Doozii kuma dhibba 5 fi kuma 4 deeggarsa kan taasiftu ta’uu ibsameera.
Ameerikaan hanga ammaatti talaalli Covid -19 Doozii miiliyoona 2.6 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Ameerikaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.