Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaatti balaa obomboleettiin muudateen lubbuun namoota 45 darbe

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Ameerikaa bulchiisoota kaabaa fi laxaa Afuur keessatti balaa obomboleettiin muudateen lubbuun namooat 45 darbeera.

Preezdaantiin biyyatti Joo Baayidaan dhimmicha hordoofee ibsa laataniin, jijjiirrama qilleensaa Ameerikaa hordofee rakkoowwan adda addaa muudata jiraachuu ibsanirru.

Maddi:-BBC

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.