Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaatti guyyaa tokko qofaan namoonni miiliyoonni 1 ol vaayrasii koroonaatin qabaman

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Ameerikaatti guyyaa tokko qofatti namoonni miiliyoonni 1 ol vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii himameera.

Ameerikaan lakkoofsa dhukkubsattoota hedduu galmeessuun dursituu taatteetti.

Tamsa’inni vaayrasichaa olaanaa akka ta’eef sabaabni tokko Omikiroon heddumminaan faca’uusaatinii.

Biyyattitti guyyaa har’a qofa dhukkubsatoonni haaraan miiliyoonni 1 fi kumni 80 ol galma’aaniiru.

Hanga ammatti sadarka addunyaarratti namoonni miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 92 ol vaayrasichaa yoo qabaman, namoonni miiliyoonni 5.4 ta’aan ammoo lubbuu isaanii dhabaniiru.

Maddi:TRT

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.