Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun injifatte

Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC)- Ameerikaa Iwuujiinitti dorgommii fiigichaa Daayimandi Liigii meetira kuma 5 gaggeeffamerratti Atileet Gudaaf Tsaggaayeen rikardii haaraa galmeessuun injifattetti.

Atileet Gudaaf fageenyicha daqiiqaa 14, Sekoondii 00 fi maayikiroo sekoondii 21’n galuun injifatteetti.

Haaluma kanaan rikardii Atileetii Keeniyaa FeeIi Kiippiyogaaniin qabamee ture sekoondii shaniin fooyyessuu ragaan World Atiletics irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment