Aadde Adaanach Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga’ame ibsan Read more
Inistiityuutichi hawaasni wayita gammachuu ibsatu dhibee Covid – 19f of eeggannoo taasiisuu akka qabu hubachiise Read more
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin erga baga gammadanii dabarsan Read more
Kilaastara BLTO Godina Arsii Lixaatti waldorgommii sadarkaa ogummaa, teeknooloojii fi qo’annoo fi qorannoo adeemsifame Read more
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gara Waancaa Afriikatti darbusaa gammachuu qaban ibsan Read more
“Karoorri Imala Badhaadhinaa misooma dhala namaarratti waan xiyyeeffateef kan yeroo kamuu caalaa bu’aa ni buusa” -obbo Shimallis Abdiisaa Read more
Baatiwwan saddeettan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii birrii biiliyoona 2.2tti tilmaamu to’atame Read more