Aadde Adaanach Abeebeen manneen jireenyaa 907 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsan

Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) ¬–Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen manneen jireenyaa 907 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsaniiru.

Aadde Adaanachi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun manneen jireenyaa haaraa ijaaramanii fi haaromsaman 907 jiraattootaaf dabarsaniiru.

Jiraattoonni carraa kana argattan baga gammaddan jedhan Aadde Adaanach Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment