Aadde Adaanachi lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan

Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfiinnee Aadde Adaanachi Abeebeen lammiilee harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif maaddii qoodaniiru.

Aadde Adaanach Mana Kitaabaa Abrihootiitti lammiilee kanneen Sooma hiiksisaniiru.

Ayyaanni Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoota Ayyaana tokkummaa fi jaalalaa ta’uu eeraniiru.

Comments (0)
Add Comment