Aadde Adaanech Abeebeen lammiilee kuma 255 oliif Maaddii qoodan

Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiika Sababeeffachuun lammiilee galii gadi aanaa qaban kuma 255 oliif Maaddii qoodaniiru.
Aadde Adaanach jiraattoota harka qalleeyyii kutaa magaalicha hunda keessaa walitti baba’an kuma 255 oliif maaddiin akka qoodamu Abbootii qabeenya deeggarsa taasiisan galatteeffataniiru.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment