Abbaan taayitichaa guyyaan fayyadama aannan Niidoo Foortifaayid abbaa giraama 400 irra darbuu beeksise

Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Abbaan taayitaa Nyaataafi Qorichaa Ityoophiyaa guyyaan fayyadama daakuu aannanii Niidoo Foortifaayid abbaa giraama 400 irra darbuu beeksise.

Daakuun aannannii “NIDO FORTIFIED 400g Full Cream Milk Powder, Batch No. 0000039688” jedhamu guyyaan fayyadama isaa waan irra darbeef hawaasni akka hin fayyadamne abbaan taayitichaa yaadachiiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment