Agarsiifni Itiyoophiyaan haa oomishtuu baname

Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Agarsiifni sososchii Itiyoophiyaan haa Oomishtuu Magaalaa Finfinnee Galmaa Barkumeetti banameera.
Hudhaalee damee Indaastirii Oomishaa furuun madda diinagdee Itiyoophiyaa taasiisuuf gara hojiitti kan gale sagantaan Itiyoophiyaan haa oomishtuu har’a agarsiifni bu’aalee Indaastirii bara 2016 mul’isu magaalaa Finfinnee Galma Barkumeetti banamuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment