Agarsiifni kitaabaa ‘Adwaa yaa dubbifnu’ jedhu Addabaabayii muchummaa Ityoo – Kuubaatti baname

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun agarsiifni kitaabaa ‘Adwaa yaa dubbifnu’ jedhu Addabaabayii muchummaa Ityoo – Kuubaatti banameera.

Agarsiifni kitaabaa kun Ejansii Godaambaa biyyaalessaan qophaa’uu ibsamee.

Har’aa eegalee hanga Gurraandhala 26, 2013 ture jedhameera.

Sagantichaan kitaaboonni daa’immaniif ta’an kan qophaa’aan yoo ta’u,torbeen dubbisa daa’immanii, akkasumas qophiin seenaa Adwaa beektootan jedhu qophaa’uu ibsameera.

Saganticharratti Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasaw, Ministir Deettaawwan, preezdaantiin waldaa gootoota Lij Yaareed Jootee fi keessummoonni waamichi taasiifameef argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment