Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatame

Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand har’a gaggeeffameen Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatameera.

Arsenaal Burnileey goolii 3 fi 1, Maanchiister Yuunaayitiid Luutoo Taawoon goolii 1 fi 0n yoo injifatan, Tootanhaam Woolvar haampitooniin goolii 2 fi 1n injifataneera.

Eevartanis goolii 3 fi 2n Kiristaal Paalaas injifateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment