Atileet Badhaatuu Hirphaan Maaraatoonii Piraag injifatte

Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) –Atileet Badhaatuu Hirphaan fiigicha Maaraatoonii Rippaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifatteerti.

Atileet Badhaatuun fageenyicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 23 fi sekondii 41n xumuruun injifatte.

Atileetoonni Itiyoophiyaa biroon sadarkaa 3ffaa hanga 7ffaa ba’uun xumuraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment