Atleet Madinaa Isaa dorgommii Dubartootaa meetira kuma 5 injifatte

Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Atleet Madinaa Isaa dorgommii ‘dursa Dubartootaaf’ jedhuun Finfinneetti qophaa’e fageenya meetira kuma 5 injifatteerti.

Atleet Tsiggee Gabrasalaam sadarkaa 2ffaan xumurteerti.

Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Eergoogee Tasfaayee fiigichicha kan eegalchiisan yoo ta’uu, dorgommicharratti dubartoonni kumni 15 ol hirmaataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment