Atleet Yalemzarf fiigicha fageenya meetira kuma 10niin riikkardii haaraa galmeessite

Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa fageenya meetira kuma 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yalemzarf Yewalaan rikkardii haaraa galmeessuun injifatte.
Atleet Yalemzarf daqiiqaa 29 fi sekondii 14 xumuruun sa’aa fooyya’aa haaraa galmeessiteerti.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment