Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa nagaan xumuramuu ibsame

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan nagaan xumuramuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksise.

Hogganaan biirichaa obbo Alamaayyahu  Xiimootiwoos ibsa miidiyaaleef laataniin ayyaanichi rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan kabajamee xumuramuu ibsaniiru.

Ayyaanichi nagaan kabajamee akka xumuramuuf qaamoleen nageenyaa fi uummanni naannichaa ga’ee ba’ataniif galateeffataniiru.

Birhaanuu Bagaashaawutu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment