Ayyaanni Hiikaa sodaa nageenyaa tokko malee akka kabajamuu qophiin xumuramuu ibsame

Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Ayyaanni Hiikaa sodaa nageenyaa tokko malee akka kabajamuu qophiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise.
Jiraattoonni sodaa nageenyaa tokko malee ayyaana Hiikaa akka kabajan Humni Waloo Nageenyaa qophii barbaachisu xumuruun ergamaa fi bobbii fudhachuun gara hojiitti galuu ibsameera.
Hawaasni akkuma kanaan duraa naannoo isaatti wantoota shakkisiisoo wayita argan qaamolee nageenyaaf eeruu laachuu akka qaban humni waloo nageenyaa kun waamicha taasiseera.
Humni Waloo Nageenyaa Federaalaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa, miseensota Poolisii Federaalaa dirqamarraa jiran, Miseensota Poolisii naannolee fi bulchiinsa magaalotaa fi qaamolee nageenyaa biroof ergaa baga geessanii dabarsuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment