Biqiltuu biiliyoonni 2 dhaabamuun ibsame

Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Biqiltuu biiliyoonni 2 dhaabamuun ibsame.

Ministirri Ministeera Qonnaa FDRI obbo Umar Huseen akka beeksisanitti, guyyootiin 15 itti aanan qabachuu biqiltootatiif murteessoo waan ta’aniif hawaasni jabaatee biqiltuu dhaabuusaa akka itti fufu dhaamaniiru.

Haaluma kanaan biqiltuu Ganna baranaa dhaabamuuf karoorfame biiliyoona 5 keessaa biiliyoonni 2 dhaabamuun ibsameera.

Comments (0)
Add Comment