Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee Indastiriinis dabalamuu qabu – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Piroojektii Diinagdee Addaa Gadaa eegalchiisaniiru.
Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee Indastiriinis dabalamuu qabu jedhan haasawa sirna eegalchiisichaarratti taasiisaniin.
Naannawaan Daldala bilisaa Lumee imala biyyattiin gara Indastiriitti taasisaa jirtu kan milkeessu ta’uu Dooktar Abiy Ahimad himaniiru.
Jalqabamuun Zoonii kanaa galma biyyattiin damee Indastiriitti qabatte kan milkeessuu waan ta’eef ciminaan hojjechuun murteessaa ta’uus kaasaniiru.
Akka Naannoo Oromiyaatti hojii boonsaa eegalame
Milkeessuuf kan tumsan barbaachisu kan taasiisan ta’uu eeraniiru.
Bahayiluu Baaneetu gabaase.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment