Chaayinaan Giddugala Viizaa Magaalaa Finfinneetti bante

Finfinnee, Bitootessa 1, 2015(FBC)- Chaayinaan Giddugala Viizaa Magaalaa Finfinneetti banuun ibsame.

Giddugalichi tajaajilamtonni tajaajila si’ataa akka argataniif haala kan mijeessuu fi tumsa biyyoota lameenii daran kan cimsu ta’uu himameera.

Imalaa gara Chaayinaatti taasifamuuf ragaa yeroo gabaaba keessatti argachuuf kan gargaaru ta’uus eerameera.

Tumsi biyyoota lameenii waggoottan dheeraa lakkoofsise dameelee ,Daldalaa , ijaarsa bu’uuraalee misoomaa fi hariiroo ummataan cimaa dhufuun isaa ibsameera.

Wandimmuu Addunyaatu gabaase.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment