Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfa ‘Wudase and Family ‘ sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame

Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Biiznasii Dhuunfaa ‘Wudase and Family ‘Itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Sosochii Itiyoophiyaa qulqulluu mata duree ‘Daandii Qulqulluu -Jireenyaa Fayyaa’ jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ifoomsanitti makameera.
Dhaabbatichi Birrii miiliyoona 2 gumaachuun sagantichatti makameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment