Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Uumaar Geelee waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Uumaar Geelee waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti mari’ataniiru.

Marii isaaniin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsuun danda’amuurratti marii taasisuu TOI gabaaseera.

Aanga’oonni lameen dhimmoota naannoorratti kan mari’atan yoo ta’uu, bifa fayyadamumma biyyoota lamaanii eegeen hariiroo naannoo lamaanii cimsuuf marii taasisuun isaanii beekameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment