Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 umrii 20 gadiin Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa bahuun injifatan

Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa umrii 20 gadii Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamerratti fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa bahuun injifataniiru.

Dorgommicha Atileet Wuubrist 1ffaa, Ayinaaddis Mabraatuu 2ffaa Asmaarach Annilay ammo 3ffaa bahuun xumuraniiru.

Dorgommichaan Ityoophiyaan Warqee 7, waliigala meedaaliyaa 23 argachuu dandeesseetti.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment