Fiigicha daandiirraa kiiloo meetira 10 Ispeen Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte

Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Ispeenitti fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 gaggeeffame Atileet Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte.

Dorgommicha daqiiqaa 29 fi sekoondii 19’n galuun injifatteetti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment