Finfinneetti namoonni lolaan marfaman 25 baraarraman

Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Guyyaa har’aa Magaalaa Finfinneetti Rooba cimaa Roobuu hordofee namoonni lolaan marfaman 25 osoo miidhaan irra hin qaqqabin baraaruun danda’amuu ibsameera.

Kutaa magaalaa Lammii Kuraa aanaa 8tti namoota 25 konkolaataa waliin lolaan marfaman baraaruun danda’amuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa magaalaa Finfinnee ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment