Gareen Kubbaa miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerkaa gale

Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaaf Ameerikaa galeera.

Garichi Ameerikaa Bulchiinsa Varjiiniyaa kan buufate yoo ta’u, guyyoottan ittaanaan shaakala akka taasisu eerameera.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa turtii Ameerikaatti taasisuun Adoolessa 26 Waashingitan DC’tti garee biyyaalessaa Gayaanaa fi Adoolessa 29 ammoo Atilaantaa Roovarsi waliin Istaadiyamii Saawuzerni Kireesanti irratti beellama qabachuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment