Guyyaa tokkotti Teeleetoonii Diijitaalaan Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaa qophaa’e – Dooktar Abiy

Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ Caamsaa 4, 2016 Teeleetoonii Diijitaalaan guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaan qophaa’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Waliin ta’uun hojii bu’aa qabeessa hojjechuu dandeenya jedhan Dooktar Abiy.
Qaamoleen sosochicharratti hirmaachuu barbaadaan gama lakkoofsa Herreega Daankii Daldala Itiyoophiyaa 1000623230248 gumaacha taasiisuu kan danda’an ta’uu waamichi dhiyaateera.
Comments (0)
Add Comment