Ijaarsi Daandii keessa keessaa Kooyyee Faccee Kiiloo Meetirri 8.2 xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’e

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Ijaarsi Daandii keessa keessaa manneen waliin jireenyaa Kooyyee Faccee Kiiloo Meetirri 8.2 xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’uu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ibsan.

Daandiin bal’inni isaa meetira10 – 40 ta’e baatii Sadaasa, 2013 ijaarsi isaa eegalame xumuramuu tajaajilaaf banaa ta’uu Aadde Adaanachi fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment