Imaammata damee albuudaa fi boba’aarratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Imaammata damee albuudaa fi boba’aa, akkasumas kuufama albuudaarratti mari’atamaa jira.
 
Injiinar Taakkalaa Uumaan waltajjchi gaggeeffamaa jiraachuu ibsaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment