Ityoophiyaa 2 – 3 Giinii

Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Gulaallii waancaa Afrikaaf taphni deebii Ityoophiyaa fi Giinii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Giiniin xumurameera.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Giinii goolii 3 fi 2n Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa injifateera.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaqaa gala goolii 5 fi 2n Giiniin injifatameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment