Ityoophiyaan Burundii 2 fi 0’n injifatte

Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Dubartoota umrii 18 gadii “CECAFA”n, Ityophiyaan 2 fi 0’n Burundii injifatte.

Immuush Daani’eel gooliiwwan boqonnaa duraa fi boqonnan booda lakkoofsifteen Ityoophiyaan injifachuu dandeesseetti.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment