Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galan

Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galeera.
Jilichi waayita Magaalaa Bahiirdar ga’u Pireezidaantii naannichaa Obbo Araggaa Kabbadaa dabalatee Hoggantoota naannichaan simannaan taasiifameefira.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment