Jilli Muummee Ministira Keeniyaa duraaniiRaayiilaa Odiingaa durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa taasise

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Jilli Muummee Ministira  Keeniyaa duraanii Raayiilaa Odiingaa durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa taasiseera.

Jilichaan  Muummee Ministiraa Keeniyaa duraanii akkasumas hoggantoonni hojii mootummaa Keeniyaa Daandii Baaburaa fi buufata Moojii har’a daawwateera.

Maddi:-Ityoophiyaatti Imbaasii Keeniyaa

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment