Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu Chaayinaatti dhaabbata Alii Baabaa Giruupi daawwataniiru.

Daawwannaan booda dhimmoota diinagdee fi gabaarratti akkaataa waloon hojjechuun danda’amurratti Itti aanaa Pireezidaantii dhaabbatichaa Liiyuu Naan waliin mari’ataniiru.

Tumsa gabaa Diijitaalaa akkaataa caalmaatti cimsuun danda’amurratti marii taasiisuu isaanii ragaan Chaayinaatti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment