Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti Inisheetiivii misooma margaa daawwate

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti Inisheetiivii misooma margaa daawwateera.

Godina Booranaa Aanaa Eelwayyee Ganda Saariitetti inisheetiivii misooma margaa Lafa heektaara kuma 63 irratti misoome daawwateera.

Akka Godina Booranaatti marga beelladaa lafa heektaara kuma 150 irratti misoomsuuf karoorfamee karooraa ol lafti heektaarri kuma 280 irratti misoomeera jedhan, Bulchaan Godina Booranaa Obbo Abdulsalaam Waariyoo.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment