Jiraattoonni aanolee Dirree Incinnii fi Dagam hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinnii fi Godina Shawaa Kaabaa aanaa Dagam hiriira ba’uun gocha Shanee balaaleffataniiru.

Hiriiricharratti kutaan hawaasa garagaraa hirmaataniiru.

Hirmaattooni hiriirichaas dhaadannoowwan adda addaa dhageessisuu OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment