Kilabni Magaalaa Shaashamannee gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffate

Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Kilabni Kubbaa Miilaa Shaashamannee bara dorgommii 15 booda gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffateera.

Kilabichi, Kilabni Kubbaa Miilaa Finfinnee mo’amuu hordofee gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffateera.

Kilabni Magaalaa Shaashamannee yeroo dhumaaf liigii olaanaa biyyattii irratti kan hirmaate bara 2000 Piriimiyerliigii Miidrook Miliiniyamii irratti ta’uun kan yaadatamudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment