Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan babal’ina Invastimantii Addunyaa ta’e

Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa miseensa waldaa Ejansiiwwan Babal’ina Invastimantii Addunyaa ta’uu ibsame.

Komishinichi miseensa waldichaa ta’uun damee Invastimantiin fedhii abbootii qabeenyaa guutuuf muxannoowwan fudhachuuf carraa kan uumu ta’uu beeksiseera.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment