Kutaa magaalaa Lidataatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun harka qalleeyyif deeggarsi taasifame

Finfinnee, Eebila 23, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaan magaalaa Lidataa aanaa 8 fi 9tti ayyaana faasikaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi taasifameera.

Deeggarsichi lukkuu , zayita ,daakuu, killee fi mi’eesituuwwan garaagaraadha jedhameera.

Akka gabaasa OBNtti namoonni deeggarsi taasifameef kunniinis gammachuu qaban ibsuun, aadaan lammii ofii bira dhaabbachuu cimee itti fufuu  qaba jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment