Kutaan diinagdee Albuudaa guddina diinagdee Ityoophiyaaf abdiidha – Injiinar Taakkalaa Uumaa

Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Kutaan diinagdee Albuudaa guddina diinagdee Ityoophiyaaf abdiidha, gara ol ka’iinsaatti imalaa jiraachuu keenya ni amanna jedhan Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaan.
 
Qabeenya Albuudaa sirnaan fayyadamuun imala ol ka’iinsaa ni milkeessina jedhan Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment