Lammiileen Ityoophiyaa 367 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa rakkoolee adda addaa keessaa turan 367 Saa’ud Arabiyaa Magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Lammiilee guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’an keessaa 132 daa’immaan ta’uu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Deebitoonni kunnee wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa boolee ga’an bakka bu’aa daayreektara jeneralaa Dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan Simatamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment