Liyooneel Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin lakkoofsise 100 caale

Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa duraanii Baarseeloonaa fi PSG yeroo ammaa Liyoonel Andireen Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin galche 100 caale.

Meesiin tapha gareen Biyyaalessaa Arjentiinaa Odola Kaaribiyaanii waliin taphachuun gooli 7 fi 0n injifateerrattii goolii 3 galchuun garichaaf waliigala goolii 102 galcheera.

Tapha eda kanarratti Hatirikii 7ffaa garee biyyaalessaaf hojjeteera.

Meesiin Kirirtiyaanoo Roonaaldoo fi Al Daa’iiyiiti aanuun taphataa goolii hedduun garee biyyaalessaaf lakkoofsise 3ffaa ta’eera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment