Maanchiisteer Siitii 4 – 1 Liiver Puul

Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Liiver Puul goolii 4 fi 1n injifachuun morkii gara Waancaatti taasiisu cimsateera.

Tapha kilaboota lamaanii akkaan eegamaa ture Siitiin garaagarummaa goolii hedduun injifateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment