Maanchiister Yuunaayitiid Waancaa FA injifate

Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Maanchiister Yuunaayitiid morkataa isaa Maanchiister Siitii injifachuun Waancaa FA gulummeeffateera.

Yuunaayitiid galchii 2 fi 1n Siitii injifachuun waancaa FA Ingilaandi yeroo 13ffaaf moo’ateera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment