Maanchistar Siitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifate

Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Tapha Piriimiyer Liigii Ingiliz torbee 32ffaan Maanchistar Sitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifachuun sadarkaasaa fooyyesseera.

Siitiin tapha kana injifachuu hordofees qabxii isaa gara 70’tti guddisuun sadarkaa 2ffaa qabateera.

Tapha Piriimiyer Liigichaa har’aan sa’aatii 1:30 irratti Arsenaal Biraayitan waliin ni morkata.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment