Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffame

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti sagantaan Afxiraa daandiirraa gaggeeffameera.

Magaalichatti Soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeeffameerraatti lammiilee hedduun hirmaataniiru.

Magaalichatti sagantaan Afxiraa kun yeroo jalqabaaf gaggeeffamuu ragaan Kominikeeshinii naannoo Gaambeellaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment