Magaalaa Shaggaritti Manni Maree Ispoortii hundeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Manni Maree Ispoortii hundeeffameera.

Sirna hundeeffama Mana Maricharratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar DooktarTashoomaa Addunyaa, Af Yaa’ii Mana Maree Magaalaa Shaggar Obbo Qaabatoo Albee dabalatee hoggantoonni Magaalaa Shaggar,Kutaalee Magaalaa fi keessummoonni biroo argamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Ispoortiin fayyaan cinaatti hariiroo hawaasaa waan cimsuuf, akka Magaalaa Shaggaritti bu’uuraalee Ispoortii babal’isuun Ispoortiif xiyyeeffannoo kenninee ni hojjennaa jedhan Dooktar Tashoomaan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment