Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessufi

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessufi.
 
Manni marichaa Gurraandhala 10,2012 yaa’ii ariifachiisaa isaa kan gaggeessu ta’a.
 
Yaa’ichaan murteewwan addaddaa dabarsuudhan, muudama ni raggaasisaan eegama.
Comments (0)
Add Comment